info@faydajob.com Hojii fi Barnootaaf Odeeffannoo Amanamaa
Nu Qunnamaa Ethiopia

Tag: ethswitch-sc-vacancy-2026

  • Akkamitti Brand Website Keenya Ijaaru Dandeenya?

    Bara dijitaalaa kana keessatti, brand website qabaachuun filannoo miti; dirqama dha. Yoo daldala xiqqaa qabaatte, blog kan barreessituu taate, yookaan tajaajila online kennitu taate, website kee jechuun “mana hojii dijitaalaa” keetiiti. Garuu gaaffiin guddaan: Akkamitti brand website keenya ijaaru dandeenya suuta suutaan? Barreeffama kana keessatti, tarkaanfii-tarkaanfiin akkaataa website brand cimaa, amanamaa fi SEO irratti hundaa’e…

    Read More


  • Marsaariitii (Website) Guddisuuf Geessituun Keessoo (Internal Link) Maaliif Barbaachisaadha?

    Yeroo ammaa kana, namni hundi marsaariitii (website) qabaachuu danda’a. Garuu marsaariitii qabaachuun qofti gahaa miti; akka inni guddatu, namoonni argatan, fi Google irratti sadarkaa gaarii argatu gochuun barbaachisaadha. Kana keessatti wanti guddaan tokko Geessituu Keessoo (Internal Link) dha. Namoonni hedduun SEO irratti hojjetan akkaataa barreeffama barreessuu, keyword filachuu, fi geessituu alaa (outbound link) argachuu irratti…

    Read More


  • Akkamitti Organic Traffic Argachuu Dandeenya? Organic Traffic Jechuun Hoo Maal Jechuudha?

    Namni kamiyyuu kan website haarawa jalqabu tokko yeroo jalqabaa waan tokko yaada. Wanti inni yaaduus: “Akkamitti namoonni yookiin dubbistoonni gara website kootii dhufu?” Akkamitti Organic Traffic Argachuu Dandeenya? Namoonni hedduunis yaada wal fakkaataa biraa tokko qabu. Yaadni isaanii kuniis beeksisa (Ads) dhaaf kaffaluun traffic fiduudha. Garuu dhugaan jiru kana irraa fagoodha. Traffic inni cimaan, yeroo…

    Read More