CV kee hojii barbaaddeef akkamitti qopheessita?
Build a CV that clearly presents your experience and skills
ልምድዎንና ክህሎትዎን በግልጽ የሚያሳይ CV ያዘጋጁ
CV kee keessatti barnoota, muuxannoo hojii, ogummaa fi wantoota hojii sanaaf barbaachisan sirnaan qindeessi. Qajeelfama kanaan application kee caalaatti ifa fi qindaa'aa godhi.
Organize your education, work experience, skills, and relevant information clearly. Use this guide to make your job application easier to understand and better organized.
ትምህርትዎን፣ የሥራ ልምድዎን፣ ክህሎቶችዎን እና ለሥራው አስፈላጊ መረጃዎችን በግልጽ ያደራጁ።
CV gaarii jechuun maal jechuudha?
What makes a useful CV?
ጥሩ CV ምን ማለት ነው?
CV gaariin odeeffannoo kee hunda walitti guuruu qofa miti. Muuxannoo fi ogummaa hojii ati barbaaddu waliin walqabatu karaa ifa, gabaabaa fi qindaa'aa ta'een agarsiisa.
A useful CV is more than a list of everything you have done. It presents the experience and skills that are relevant to the role in a clear, organized and easy-to-read format.
ጥሩ CV ሁሉንም መረጃ መዘርዘር ብቻ አይደለም። ከሚፈልጉት ሥራ ጋር የሚዛመዱ ልምድና ክህሎቶችን በግልጽና በተደራጀ መንገድ ማቅረብ ነው።
Kutaa CV kee keessatti maal dabaluu qabda?
What should your CV include?
CVዎ ምን ምን ማካተት አለበት?
Odeeffannoo barbaachisaa ta'e qofa sirnaan qindeessi.
Focus on relevant information and present each section clearly.
አስፈላጊ መረጃዎችን ብቻ በግልጽ ያደራጁ።
Odeeffannoo quunnamtii
Contact information
የመገናኛ መረጃ
Maqaa kee, lakkoofsa bilbilaa, email fi odeeffannoo quunnamtii hojii barbaaduuf barbaachisaa ta'e dabaladhu.
Include your name, phone number, email address, and other contact information that is relevant to the application.
ስምዎን፣ ስልክ ቁጥርዎን፣ email እና ለማመልከቻው አስፈላጊ የሆነ የመገናኛ መረጃ ያካትቱ።
Professional summary
Professional summary
የሙያ ማጠቃለያ
Eenyummaa kee, muuxannoo kee fi gosa hojii ati barbaaddu gabaabinaan ibsi.
Briefly explain who you are professionally, what you can offer, and the type of role you are seeking.
የሙያ ማንነትዎን፣ ልምድዎን እና የሚፈልጉትን የሥራ አይነት በአጭር ያብራሩ።
Muuxannoo hojii
Work experience
የሥራ ልምድ
Dhaabbata, gahee hojii, yeroo hojii fi hojiiwwan ijoo ati hojjette ibsi.
List relevant employers, roles, dates, responsibilities, and achievements where appropriate.
የሥራ ቦታ፣ የሥራ ድርሻ፣ የሥራ ጊዜ እና ዋና ዋና ኃላፊነቶችን ይግለጹ።
Barnoota
Education
ትምህርት
Digrii, diploma, certificate ykn barnoota hojii sanaaf barbaachisaa ta'e tarreessi.
Include degrees, diplomas, certificates, or other relevant educational qualifications.
ዲግሪ፣ ዲፕሎማ፣ ሰርተፊኬት ወይም ሌሎች ተዛማጅ የትምህርት መረጃዎችን ያካትቱ።
Ogummaa
Skills
ክህሎቶች
Ogummaa hojii sana keessatti dhugumaan fayyadu filadhu; fakkeenyaaf computer, communication, technical ykn language skills.
Highlight skills that are genuinely relevant to the role, such as technical, communication, computer, or language skills.
ለሥራው ተገቢ የሆኑ ቴክኒካዊ፣ የግንኙነት፣ የኮምፒዩተር ወይም የቋንቋ ክህሎቶችን ያሳዩ።
Certificates fi dabalata
Certifications and additional information
ሰርተፊኬቶችና ተጨማሪ መረጃ
Certificate, training, project ykn odeeffannoo hojii sanaaf faayidaa qabu dabaluu dandeessa.
Add relevant certifications, training, projects, languages, or other information that strengthens your application.
ተዛማጅ ሰርተፊኬቶችን፣ ስልጠናዎችን፣ ፕሮጀክቶችን ወይም ማመልከቻዎን የሚያጠናክር ተጨማሪ መረጃ ያካትቱ።
CV fi Resume maal irraa adda?
CV and Resume: what is the difference?
CV እና Resume ምን ያህል ይለያያሉ?
Maqaan isaanii bakka adda addaatti hiika garaagaraa qabaachuu danda'a.
The terms can be used differently depending on the country, organization, and type of application.
ቃላቱ እንደ አገር፣ ድርጅት እና የማመልከቻ አይነት በተለያየ መንገድ ሊጠቀሙ ይችላሉ።
CV
CV jechuun yeroo baay'ee seenaa barnootaa fi muuxannoo namaa bal'inaan ibsuuf kan fayyadamuudha.
A CV may provide a more detailed record of your education, experience, qualifications, and professional background.
CV የትምህርት፣ የሥራ ልምድ፣ የብቃት እና የሙያ ታሪክን በበለጠ ዝርዝር ሊያቀርብ ይችላል።
- Barnoota fi qualifications
- Education and qualifications
- ትምህርትና ብቃቶች
- Muuxannoo hojii
- Work experience
- የሥራ ልምድ
- Skills fi certificates
- Skills and certifications
- ክህሎቶችና ሰርተፊኬቶች
Resume
Resume yeroo baay'ee gabaabaa ta'ee, hojii ykn gahee murtaa'eef odeeffannoo hunda caalaa barbaachisaa ta'e irratti xiyyeeffata.
A resume is often shorter and focuses on the experience, skills, and achievements most relevant to a particular role.
Resume ብዙውን ጊዜ አጭር ሲሆን ለተወሰነ የሥራ መደብ በጣም ተዛማጅ በሆኑ ልምዶችና ክህሎቶች ላይ ያተኩራል።
- Odeeffannoo hojii sanaaf barbaachisaa
- Role-relevant information
- ለሥራው ተዛማጅ መረጃ
- Gabaabaa fi dubbisuuf salphaa
- Concise and easy to scan
- አጭርና ለማንበብ ቀላል
- Hojii tokkoof qindaa'uu danda'a
- Can be tailored to a specific job
- ለተወሰነ ሥራ ሊስተካከል ይችላል
CV kee erga xumurte booda
Before you submit your CV
CVዎን ከመላክዎ በፊት
Application kee erguu dura wantoota kana ilaali.
Check these points before sending your application.
ማመልከቻዎን ከመላክዎ በፊት እነዚህን ነጥቦች ያረጋግጡ።
Sirrii ta'uu
Accuracy
ትክክለኛነት
Maqaa, email, lakkoofsa bilbilaa, dates fi odeeffannoo hojii sirrii ta'uu mirkaneessi.
Check names, contact details, dates, job titles, and other information for accuracy.
ስሞችን፣ የመገናኛ መረጃዎችን፣ ቀኖችን እና የሥራ መደቦችን ትክክለኛነት ያረጋግጡ።
Hojii waliin walqabsiisi
Match the role
ከሥራው ጋር ያዛምዱ
Skills fi muuxannoo hojii sanaaf barbaachisaa ta'an ifatti mul'isi.
Make the skills and experience relevant to the role easy to identify.
ከሥራው ጋር የሚዛመዱ ክህሎቶችና ልምዶች በግልጽ እንዲታዩ ያድርጉ።
Qindaa'ina
Formatting
አቀራረብ
Font, spacing, headings fi dates wal fakkaataa fi dubbisuuf salphaa ta'uu ilaali.
Keep fonts, spacing, headings, dates, and layout consistent and easy to read.
ፎንት፣ ክፍተት፣ ርዕሶች፣ ቀኖች እና አቀራረብ ወጥነት እንዲኖራቸው ያድርጉ።
Dogoggora CV keessatti mul'atan
Common CV mistakes
በCV ውስጥ የሚታዩ የተለመዱ ስህተቶች
CV kee keessatti wanta hojii sanaaf barbaachisaa ta'e irratti xiyyeeffadhu.
Focus on information that helps explain your suitability for the role.
ለሥራው ተስማሚነትዎን ለማሳየት በሚረዳ መረጃ ላይ ያተኩሩ።
CV kee erga barreessitee booda irra deebitee dubbisi.
Review the document carefully before submitting it.
ሰነዱን ከመላክዎ በፊት በጥንቃቄ ይገምግሙ።
Yeroo danda'ametti CV kee hojii ati gaafattu waliin wal simsiisi.
Where appropriate, adjust your CV to highlight information relevant to the specific vacancy.
ከሚፈልጉት የሥራ እድል ጋር ተዛማጅ መረጃዎችን ያጉሉ።
Muuxannoo, barnoota ykn ogummaa hin qabne akka qabduutti hin dhiyeessin.
Do not claim qualifications, experience, or skills that you do not have.
የሌለዎትን ብቃት፣ ልምድ ወይም ክህሎት እንዳለዎት አይጻፉ።
Amma tarkaanfii fudhadhu
Now prepare your application
አሁን ማመልከቻዎን ያዘጋጁ
CV kee qopheessitee booda hojiiwwan siif mijatan barbaadi. Job description dubbisi, ulaagaalee ilaali, application kee karaa dhaabbatichi ibse qofaan ergi.
Once your CV is ready, look for relevant opportunities. Read the job description, check the requirements, and apply through the method provided by the organization.
CVዎ ከተዘጋጀ በኋላ ተዛማጅ የሥራ እድሎችን ይፈልጉ። የሥራ መግለጫውንና መስፈርቶቹን ያንብቡ እና በድርጅቱ በተገለጸው መንገድ ያመልክቱ።
CV kee qopheessi, carraa kee barbaadi
Prepare your CV and explore opportunities
CVዎን ያዘጋጁ እና እድሎችን ይፈልጉ
Qajeelfama fayyadami, CV kee fooyyeessi, achiis hojii fi carraa barnootaa siif mijatu barbaadi.
Use the guidance, improve your CV, and explore job and learning opportunities that match your goals.
መመሪያውን ይጠቀሙ፣ CVዎን ያሻሽሉ እና ከግቦችዎ ጋር የሚስማሙ የሥራና የትምህርት እድሎችን ይፈልጉ።