info@faydajob.com Hojii fi Barnootaaf Odeeffannoo Amanamaa
Nu Qunnamaa Ethiopia
NGO & Development Careers

Carraawwan Hojii NGO Haaraa

Carraawwan hojii dhaabbilee mootummaa miti, dhaabbilee gargaarsaa, UN, humanitarian fi development organizations keessatti argaman barbaadi. Odeeffannoo hojii, bakka hojii, gosa hojii fi yeroo xumuraa sirriitti ilaali.

NGO Career Opportunities
Opportunities
PM
Programme & Project Coordination & delivery
ME
MEAL & Research Monitoring & learning
HL
Health & Humanitarian Community & emergency work
FA
Finance & Administration Operations & support
FaydaJob NGO and career learning resources

Hojii NGO keessatti carraa kee barbaadi

FaydaJob keessatti carraawwan hojii NGO, humanitarian, development fi dhaabbilee hawaasummaa ilaalchisee odeeffannoo barbaachisaa bakka tokkootti argachuuf si gargaarra. Hojii tokkoof iyyachuu dura maqaa dhaabbataa, ulaagaalee, bakka hojii, deadline fi karaa iyyannoo isaa sirriitti mirkaneessi.

NGO Jobs

Carraawwan hojii NGO fi development sector keessaa filannoo kee barbaadi.

6 Opportunities
Programme

Programme Officer

Development Organization

Location: Addis Ababa Type: Full-time Category: Programme
MEAL

MEAL Officer

Humanitarian Development Organization

Location: Field Type: Full-time Category: MEAL
Finance

Finance & Administration Officer

Local Development Organization

Location: Addis Ababa Type: Contract Category: Finance
Health

Health & Nutrition Officer

Humanitarian Health Organization

Location: Field Type: Full-time Category: Health
Logistics

Logistics & Supply Chain Officer

International Development Organization

Location: Addis Ababa Type: Full-time Category: Logistics
Internship

Communications & Digital Intern

Social Development Organization

Location: Remote Type: Internship Category: IT
No matching opportunities found Search term ykn filter kee jijjiiri.

Iyyannoo hojii NGO dura of qopheessi

01

CV Kee Fooyyessi

Muuxannoo, barnoota, ogummaa fi hojiiwwan ati hojjette ifatti CV kee keessatti ibsi.

02

Job Description Dubbisi

Ulaagaalee hojii fi itti gaafatamummaa hojii sanaa sirriitti hubadhu.

03

Interviewf Qophaa’i

Gaaffilee interview, communication fi fakkeenya hojii kee irratti shaakali.

!

Hojii irratti iyyachuu dura of eegi

Maqaa dhaabbataa, job description, qualification, location, deadline fi application method mirkaneessi. Password, OTP, verification code ykn odeeffannoo baankii nama hin beekneef hin kennin. Hojii argachuuf kaffaltii hin malle yoo gaafatan of eegi. Yeroo danda’ametti karaa application dhaabbata hojii sanaa qofaan iyyadhu.

Carraa hojii itti aanuuf qophaa’i

NGO Jobs qofa osoo hin taane, CV, interview, career development fi carraawwan hojii biroo FaydaJob irraa hordofi.