FaydaJob
Website Basics Afaan Oromoo
Domain, Hosting fi WordPress Jalqabuu
Gaaffilee:
20
Qabxii:
20
Yeroo:
Daqiiqaa 20
Qormaata Afaan Oromoo
Qormaanni kun Domain Name, Web Hosting fi WordPress irraa kaasee website jalqabuu irratti beekumsa bu'uuraa kee madaala.
Maqaa fi email kee sirriitti galchi. Erga “Qormaata Jalqabi” cuqaaste booda qormaanni ni jalqaba.
Seera Qormaataa
- Yeroon qormaataa daqiiqaa 20 dha.
- Gaaffiiwwan 20 jiru.
- Qormaanni yeroo isaa fixee yoo submit hin goone ofumaan submit ta'a.
- Tab jijjiiruu fi fullscreen keessaa bahuun ni galmaa'a.
- Bu'aan qormaataa emailiin siif ergama.