info@faydajob.com Hojii fi Barnootaaf Odeeffannoo Amanamaa
Nu Qunnamaa Ethiopia
MARSAA 7FFAA · Galmee BARNOOTA Digital Marketing Gatii 3000ETB qofaan. Carraa guyyaa 4 qofaaf turu

Galmee BARNOOTA Digital Marketing Gatii 3000ETB Qofaan

Barnoota Digital marketing gatiin galmee 5000 ture guyyaa 4 qofaaf jechuunis hanga October 13, 2026 tti fedhii hordoftoota keenya toora keessa galchinee gatii 3000ETB (qarshii 3000) qofa godhuu keenya gammachuun isiniif ibsaa ammuma galmaawaa isiniin jenna.

Turtii Ji'a 3
Sa'aatii 2:30 – 4:00 Galgala
Haala Barnootaa Live Online
Kaffaltii Qarshii 3000 yeroo tokko qofa kafallaan san booda kafaltaan biraa hin jiru

Ulaagaa Galmee

  • Afaan Oromoo barreessuu fi dubbisuu danda'uu qabda.
  • Kaffaltii koorsii waliigalaa Birrii 3,000 yeroo tokko kaffalta; kaffaltiin ji'a ji'aan hin jiru. Kaffaltaan kun immoo guyyaa 4 qofaaf tura.
  • Kaffaltii erga raawwatte booda receipt, nagahee ykn screenshot kaffaltii kee form galmee keessatti upload goodhuun asuma irratti galmee xumurtanii telegram irraan nu dubbisuu dandeessu. Akkuma form galmee guuttaniinis email dhaan ergaan isin dhaqqaba.
  • Muuxannoon kanaan duraa Digital Marketing irratti qabaachuun hin barbaachisu; koorsichi jalqabdootaaf qophaa'e waan ta'eef.

Maal Baratta?

Qabiyyee digital marketing guutuu website development dabalatee.

Eenyutu Galmaa'uu Qaba?

  • Jalqabdoota Digital Marketing barachuu barbaadan
  • Barattoota yunivarsiitii fi kolleejjii
  • Namoota hojii barbaaddan
  • Entrepreneurs
  • Abbootii qabeenyaa daldala xiqqaa
  • Bloggers fi content creators
  • Freelancers
  • E-commerce sellers
  • Startup founders
  • NGO fi communication teams
  • Namoota hojii online hojjachuu barbaadanii fi galii dabalataa uummachuu barbaadan akkasumaas namoota Afaan Oromoo barreessuu fi dubbuu danda'an hunda

Kaffaltii Barnoota Kaffaluuf

Kaffaltiin barnootaa waliigalaa Birrii 3,000 yoo ta'u yeroo tokko qofa kaffalama. Kaffaltii erga raawwattanii booda receipt ykn screenshot kaffaltii keessanii form galmee keessatti upload godhaa.

Hubachiisa: Maqaa fi lakkoofsa herregaa sirriitti mirkaneessuun kaffaltii raawwadhaa. Kaffaltii booda receipt ykn screenshot kee form galmee keessatti upload godhi.

Form Galmee Digital Marketing Marsaa 7ffaa

Akka galmaa'amuuf:
Maqaa guutuu, email, lakkoofsa bilbilaa fi odeeffannoo barbaachisaa formii keessatti guuti. Kaffaltii erga raawwatte booda receipt ykn nagahee kaffaltii kee upload godhi.

Digital Marketing Barachuu Har'a Eegali

Afaan Oromootiin dandeettii dijitaala kee guddisii galii argadhu

Amma Galmaa'i
DAMIINA ELEARNING

Galmee Koorsii Maarkeetiingii Dijitaalaa

Herrega dhuunfaa uumadhu. Eeyyama koorsii argachuuf galmeen kee bulchaa Damiina Elearning'n mirkanaa'uu qaba.

Nageenyaaf password form kana keessatti hin galchitu. Linkii jecha iccitii qindeessuu gara imeelii keetti ni ergama. Galmeen kee eeyyama koorsii ofumaan hin kennu; bulchaan mirkaneessa.