info@faydajob.com Hojii fi Barnootaaf Odeeffannoo Amanamaa
Nu Qunnamaa Ethiopia
FaydaJob

Website Basics Afaan Oromoo

Domain, Hosting fi WordPress Jalqabuu

Gaaffilee: 20
Qabxii: 20
Yeroo: Daqiiqaa 20

Qormaata Afaan Oromoo

Qormaanni kun Domain Name, Web Hosting fi WordPress irraa kaasee website jalqabuu irratti beekumsa bu'uuraa kee madaala.

Maqaa fi email kee sirriitti galchi. Erga “Qormaata Jalqabi” cuqaaste booda qormaanni ni jalqaba.

Seera Qormaataa

  • Yeroon qormaataa daqiiqaa 20 dha.
  • Gaaffiiwwan 20 jiru.
  • Qormaanni yeroo isaa fixee yoo submit hin goone ofumaan submit ta'a.
  • Tab jijjiiruu fi fullscreen keessaa bahuun ni galmaa'a.
  • Bu'aan qormaataa emailiin siif ergama.